TGTGInsighttelegram intelligenceLIVE / telegram public index
← Аниме,Музыка, Аниме эдиты

TGINSIGHT SIMILAR POSTS

Find similar content

Source channel @StickerEdit · Post #5721 · Apr 29

Аниме: #БлюЛок Тип: #Авы

Results

2 similar posts found

Search: #siidaa_dandee

当前筛选 #siidaa_dandee清除筛选
ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #2041 · 01/29/2025, 05:21 PM

Odaan Bultum Odaalee shanan keessaa quxusuu dha. Garuu Heera Oromoo raggaasisuu fi guutuu gochun Odaalee Shanan keessaa Odaa hangafaati. Heeri Oromoo bakka amma Odaan Bultum jiru kanaa fi #Siidaa_Dandee jidduti dhume. Odaa Bultumii fi Sidaan Dandee fageenya kiloo meetira lamaa walirraa qaba. Qaamni kamuu kan Heera Oromoo qorachuu fi hubachuu barbaadu Heeraa fi Seera gadaa Oromoo Iddoo kana jidduu dhaqee hanga hin qoratinitti hojiin isaa guutuu hin tahufi. Ituun warra heera Oromoon ittiin bulaa turte guutte dha. Heera Ittiin bulmaata Saba bal'aa kanaa guutuu dandayyuu jechun waan laaftuu miti, waan salphummatti lafaa ka'ameetuma raawwatamuus miti. Hayyummaa,Tasgabbii, Waldhageettii fi marii guddoon Aadaa Oromooni Ituu ittiin beekamani fi amala Ona Ituu keessatti barbaadamu waan tureefi. https://t.me/etbisahusen

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #1182 · 12/30/2020, 02:10 PM

Odaan Bultum Odaalee shanan keessaa quxusuu dha. Garuu Heera Oromoo raggaasisuu fi guutuu gochun Odaalee Shanan keessaa Odaa hangafaati. Heeri Oromoo bakka amma Odaan Bultum jiru kanaa fi #Siidaa_Dandee jidduti dhume. Odaa Bultumii fi Sidaan Dandee fageenya kiloo meetira lamaa walirraa qaba. Qaamni kamuu kan Heera Oromoo qorachuu fi hubachuu barbaadu Heeraa fi Seera gadaa Oromoo Iddoo kana jidduu dhaqee hanga hin qoratinitti hojiin isaa guutuu hin tahufi. Ituun warra heera Oromoon ittiin bulaa turte guutte dha. Heera Ittiin bulmaata Saba bal'aa kanaa guutuu dandayyuu jechun waan laaftuu miti, waan salphummatti lafaa ka'ameetuma raawwatamuus miti. Hayyummaa,Tasgabbii, Waldhageettii fi marii guddoon Aadaa Oromooni Ituu ittiin beekamani fi amala Ona Ituu keessatti barbaadamu waan tureefi. #ancient history of oromoo