TGTGInsighttelegram intelligenceLIVE / telegram public index
← GZ学习频道

TGINSIGHT SIMILAR POSTS

Find similar content

Source channel @olddriverGDstudy · Post #53 · Mar 24

#知识#接吻 第一式:舔吻 用舌舔对方的上下唇,让对方感受舌部味蕾舔掠的感觉,注意要保持唾液的充分,如果唾液太少,干燥的舔吻会有不舒服的感觉。 第二式:咬吻 用牙齿轻咬对方的唇,但别咬的太用力,以免受伤喔! 第三式:吸吻 轻轻的吸吮对方的唇部;可用自己的唾液轻抹在对方的唇部,然后吸吮干净。 第四式:推动吻 把舌伸进对方口中,让舌与舌互相推放,男生力气应放小,以免女生疼痛;这种互推吻可形成快感。 第五式:吸舌吻 以你的唇含住他的舌,轻轻的吸吮对方的舌头,动作宜缓慢而轻柔,勿过于仓促。 第六式:齿龈吻 用舌探索对方的牙及牙龈的内外两侧,以刺激口内粘膜为目的。动作要仔细,慢,轻柔的介于碰触与不碰触之间,以产生一种特殊的亲密感。 第七式:滑动吻 用舌尖稍用力的舔对方的舌部内侧,由里向外滑舔。 第八式:舔舌吻 双方以舌对舌互舔,以用舌尖为主,不用唇。 第九式:嚼食之吻 咬住对方的舌头,似欲吞食般的吻;请小心别用力过火,只是假装而已。想像对方的舌头是好吃的东西,又咬又舔又吸的想吞进肚子里去。 第十式:律动之吻 以舌在对方的口中,有节奏律动般的的绕着对方的舌尖,画圈似的舔吻。 第十一式:深喉咙吻 将舌深入对方的喉咙重舔。重压,是霸道占有般的吻;这是一种颇不舒服的吻法,但还是有乐在其中的人。 第十二式:热情之吻 将自己的舌把对方的舌包卷于口中,上下左右回旋翻动,用放肆的旋动来增加快感,虽嫌粗鲁但颇具挑战性,是接吻高手必备的技巧之一。 第十三式:甘泉之吻 利用两唇相接时……以舌将自己的唾液渡入对方口中,并吸食对方的唾液。适用于两情相悦且身体健康的爱侣,会觉入口之唾液为琼浆玉液般,世间独有。

Results

27 similar posts found

Search: #ancient

当前筛选 #ancient清除筛选
ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #1114 · 12/09/2020, 10:23 PM

idoo Ooromoon Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286) Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu “…Haayi ! haayi !haayi ! Korma gaafa lolaa! Hayi! hayi ! korma gaafoo ! Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha. Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998) Hidda latii Raayyaa Oromoo Boorana Samatoo Gurachaa Nagawoo Odaa Walaabu Rayyaa Maccaa ______________ Tuulama “Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996) “Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha. Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996) “ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti. “ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996) Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu. Isaanis: 1. Oromoo 2. Sidaamaa 3. Burjjii 4. Affaar 5. Soomaalee 6. Kambaataa 7. Geede’oo 8. Saahoo 9. Koonsoo 10. Qimaant 11. Himtaang 12. Awung 13. Hadiyyaa 14. Baraareet 15. Busee 16. Erbooree 17. Daasanchi 18. Gawaadii 19. Garoobaz 20. Tsamayi 21. Waarazi 22. Baayisoo 23. Gidooloo “Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20) F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa. Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala ! Masqaluu Baalchaa tiin! #ancient history of oromo

Hashtags

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #686 · 06/24/2020, 09:21 PM

Bara 1890 - 1912 keessa oromoota warra Gaafii mirgaa gaafatan gubbaatti bifa kanaan ummata duratti ajjeechaan irratti Raawatama ture. Kan suuraa gubbaatti Argitan kun Bara minilik keessa yeroo finfinnee keessatti oromoota warra mirgaa ofii gaafachaa turan yeroo du'aan Adabaman #ancient history of oromo

Hashtags

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #617 · 06/06/2020, 02:03 PM

Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286) Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu “…Haayi ! haayi !haayi ! Korma gaafa lolaa! Hayi! hayi ! korma gaafoo ! Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha. Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998) Hidda latii Raayyaa Oromoo Boorana Samatoo Gurachaa Nagawoo Odaa Walaabu Rayyaa Maccaa ______________ Tuulama “Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996) “Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha. Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996) “ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti. “ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996) Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu. Isaanis: 1. Oromoo 2. Sidaamaa 3. Burjjii 4. Affaar 5. Soomaalee 6. Kambaataa 7. Geede’oo 8. Saahoo 9. Koonsoo 10. Qimaant 11. Himtaang 12. Awung 13. Hadiyyaa 14. Baraareet 15. Busee 16. Erbooree 17. Daasanchi 18. Gawaadii 19. Garoobaz 20. Tsamayi 21. Waarazi 22. Baayisoo 23. Gidooloo “Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20) F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa. Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala ! Masqaluu Baalchaa tiin! #ancient history of oromo

Hashtags

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #844 · 09/01/2020, 03:31 PM

Bara minilik San namnii naannawa Oromo Tuulama bulcha ture mashashaan Hedduu Oromoota biratti jibamaa ture. Yeroo San oromooni tuulama akkana jachuun geeraraa turan:- Inxoxxoo dhabatanii Caffee gadi ilaaluun hafe Bushooftu loon geesanii Hara obaasuun hafe Gafarsaatti darbanii Qoraan cabsachuun hafe Hunfa boombii irraatti Jabbiilee yaasuun hafe Bara jarrii dhufe Loon keenyas niidhumee Ega mashshaan dhufe Birmadummaan hafe. .*** suuraan tun bara 1897 yeroo gabre Marayam nannoo mojoo dhufu namooni Yeroo bahee dirqiin simatuudha. Suuraan kun kan gabre maryam tahu isa Barruu suuraa gubba jirtuun mirkaneefadha #ancient history of oromo #like

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #810 · 08/18/2020, 03:16 PM

Bara minilik San namnii naannawa Oromo Tuulama bulcha ture mashashaan Hedduu Oromoota biratti jibamaa ture. Yeroo San oromooni tuulama akkana jachuun geeraraa turan:- Inxoxxoo dhabatanii Caffee gadi ilaaluun hafe Bushooftu loon geesanii Hara obaasuun hafe Gafarsaatti darbanii Qoraan cabsachuun hafe Hunfa boombii irraatti Jabbiilee yaasuun hafe Bara jarrii dhufe Loon keenyas niidhumee Ega mashshaan dhufe Birmadummaan hafe. .*** suuraan tun bara 1897 yeroo gabre Marayam nannoo mojoo dhufu namooni Yeroo bahee dirqiin simatuudha. Suuraan kun kan gabre maryam tahu isa Barruu suuraa gubba jirtuun mirkaneefadha #ancient history of oromo #like

Amazing Geography 🌍

@amazingeo · Post #51 · 08/15/2025, 03:12 AM

🌍 The oldest known world map, the Babylonian Map of the World, was carved on a clay tablet over 2,600 years ago. It shows a simplified, circular view of the known lands and surrounding seas. ✨ #cartography⚡#history⚡#ancient⚡#geography⚡#nature⚡#earth 👉subscribe Amazing Geography🌍

Amazing Geography 🌍

@amazingeo · Post #597 · 01/27/2026, 08:31 PM

🌍 The ancient city of Teotihuacan in Mexico was one of the largest cities in the world by 500 CE. Its mysterious grid layout still influences how modern cities are planned today. ✨ #historicalgeography⚡#urban⚡#ancient⚡#geography⚡#nature⚡#earth 👉subscribe Amazing Geography 👉more Channels ​

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #1182 · 12/30/2020, 02:10 PM

Odaan Bultum Odaalee shanan keessaa quxusuu dha. Garuu Heera Oromoo raggaasisuu fi guutuu gochun Odaalee Shanan keessaa Odaa hangafaati. Heeri Oromoo bakka amma Odaan Bultum jiru kanaa fi #Siidaa_Dandee jidduti dhume. Odaa Bultumii fi Sidaan Dandee fageenya kiloo meetira lamaa walirraa qaba. Qaamni kamuu kan Heera Oromoo qorachuu fi hubachuu barbaadu Heeraa fi Seera gadaa Oromoo Iddoo kana jidduu dhaqee hanga hin qoratinitti hojiin isaa guutuu hin tahufi. Ituun warra heera Oromoon ittiin bulaa turte guutte dha. Heera Ittiin bulmaata Saba bal'aa kanaa guutuu dandayyuu jechun waan laaftuu miti, waan salphummatti lafaa ka'ameetuma raawwatamuus miti. Hayyummaa,Tasgabbii, Waldhageettii fi marii guddoon Aadaa Oromooni Ituu ittiin beekamani fi amala Ona Ituu keessatti barbaadamu waan tureefi. #ancient history of oromoo

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #2091 · 05/11/2025, 05:11 PM

Bara minilik San namnii naannawa Oromo Tuulama bulcha ture mashashaan Hedduu Oromoota biratti jibamaa ture. Yeroo San oromooni tuulama akkana jachuun geeraraa turan:- Inxoxxoo dhabatanii Caffee gadi ilaaluun hafe Bushooftu loon geesanii Hara obaasuun hafe Gafarsaatti darbanii Qoraan cabsachuun hafe Hunfa boombii irraatti Jabbiilee yaasuun hafe Bara jarrii dhufe Loon keenyas niidhumee Ega mashshaan dhufe Birmadummaan hafe. .*** suuraan tun bara 1897 yeroo gabre Marayam nannoo mojoo dhufu namooni Yeroo bahee dirqiin simatuudha. Suuraan kun kan gabre maryam tahu isa Barruu suuraa gubba jirtuun mirkaneefadha #ancient history of oromo #like #share https://t.me/boost/etbisahusen @etbisahusen

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #1702 · 10/18/2021, 04:05 PM

Ooromoon Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286) Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu “…Haayi ! haayi !haayi ! Korma gaafa lolaa! Hayi! hayi ! korma gaafoo ! Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha. Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998) Hidda latii Raayyaa Oromoo Boorana Samatoo Gurachaa Nagawoo Odaa Walaabu Rayyaa Maccaa __________ Tuulama “Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996) “Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha. Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996) “ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti. “ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996) Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu. Isaanis: 1. Oromoo 2. Sidaamaa 3. Burjjii 4. Affaar 5. Soomaalee 6. Kambaataa 7. Geede’oo 8. Saahoo 9. Koonsoo 10. Qimaant 11. Himtaang 12. Awung 13. Hadiyyaa 14. Baraareet 15. Busee 16. Erbooree 17. Daasanchi 18. Gawaadii 19. Garoobaz 20. Tsamayi 21. Waarazi 22. Baayisoo 23. Gidooloo “Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20) F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa. Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala ! Masqaluu Baalchaa tiin! http://T.me/etbisahusen #ancient history of oromo #like #share

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #1657 · 09/29/2021, 04:03 PM

Ob..Alamaayoo:- Gara afaaniitiinis seenan hin barrefamne. Seenaan afaanii biyaalessaa kan ibsamu,Seemetikki,Kushitikii,Niiloo Saahaaratikifi Omootikidha.Sirnooti dabran sun afaanoota kana yoo ibsan, seenaan uummata guddaa (kush) ifa baha. Afaan Oromoo damee kush keessatti ramadama. Nubiyaa kaasee hanga Tanzaaniyaa Arushaati afaan babaldhatee dubatamudha. Barreessitooti sirna nafxanyaa kana sodaa waayee kush kaasuu hin barbaadan. Warri gita bittoota sirna nafxanyaa imaammta loogii baafatanii Oromoo offiraa dhoorguun sun ammas waan haafee hin fakaatu. Oromoon damee kushimmoo kan daangeffamu akka ji’oograafiitti 140 NL – 40LS ta’ee hanga naannoo Mombaasaa– Aruushadha.Akkasumas Tigrayirraa kaasee hanga walaka Keeniyaa Tanzaaniyaas dabalatee,qubatee kan jiraatu, afaan saba bala’aatti. Afaan Oromoo, Afaan daldalaafi dipiloomaasiiti. Hanga Jaaraa 17ffa kaabaa hanga kibbaatti dubatama ture. Biyya Keeniyati TV fi Raadiyooniidhaan tamsaasi sagantaa Afaan Oromoo jira.Mombaasaa keessa Oromoo Meeruu laga Xaanaa, Oromoo gara bahaa, Oroomoo Marawwaa,Oroomoo gara Turkaanaa, Oromoo Hiddi loolaa,cufti Kuushoota bahaa jedhamu. Keeniyaa kessatti TVn Afaan Oromoo magaalaa Naayiroobiirraa tamsa’u sirritti tajaajila keenna jira. Ituu Walloo, Humbaanaa, Marawwaa, Oromoo Raayyaa Walloof abban Bookkuu Marawwoota.Ijoolleen Raayyaa Maccaafi Tuulamadha.Isaan kunniin naanoo Atibaraa irraa kaasee hanga naannoo laga Abayyaa jiru. Oromoon Umuruus, hanga Sudaaniitti jiru.Kanaaf kaabaan bahaa Afrikaa kan Oroomootatti. Afriikaa kabaa bahaa keessa, hanga jahaan Jaawwitti, gosa jahatu jiru. Kunniin hundi kushidha. Adduunyaa irratti hunda dura kan qaroome Kushidha. Garuu qaroomnnni Kush Gibtsootaan saamame.Kuni seenaa keessatti iccitii Gibtsootaa “Egyptian mystry” ta’ee beekama. Musseen mataansaa kush ture.Gibtsitti dhalate.Booda qaroomina Kush fudhatee Gibtsii keessaa uummata isaa dursee biyya isaa gara Israa’eelitti godaane. Iyyesuus Kiristoosis kanumara ka’uun amanta Kirstaanaa babalise. Innis bara dhalate haati isaa isa fudhattee gara Gibtsitti baqatte. Moototi Gibtsii Fari’oonoti kushootadha.Nabii Mohamadis dhaloota Kiristoos wagga 600 booda ka’ee,amantii Musliimumaa adunyaa Kushirratti babaldhise. Miitoolooji Kushoota kessatti qarri Ijipshiyaan mistirii sagali. Qarrii sidaa warra qaalluu sagali.Bu’uurri waraanaa qarri sagali. Boorannii sagal waan ta’eef “saglan booranaa” jedhama. “Kudhan kan Waaqaati” jedhu. ..... ittii ittii fufaa #ancient history of oromo #like #shareT.me/etbisahusen

ancient history of oromoo

@etbisahusen · Post #1655 · 09/28/2021, 06:59 PM

Jaarraa 16ffaa keeyssa, gaafa oromoon Lola buttaa gageeyssaa turtte san iccitiin injiffannoo isaanni duuba jirttu jaaramaya gosaa cimaadhaan of jaaruu isaanni akka tahe Warri seenaa oromoo barreese warri akka Farncisco de Almeida, D'Abbadie fi warri akka Abba baharey ossoo hin hafiin ragaa bahanii jiran.sochii bara San godhaa turan keeyssatti gostii oromoo hundii bifa haarayaan Wal gurmeessu qofa ossoo hin tahiin gurmuu isaanni saniif malattoo maqaa gara garaa akka moggaasaniif argina.fakkeenyaaf gosa walloo haa fudhanu, gostii walloo bakka lamatti qoodamtti. Isaaniis:-sadachaafi Afre dha. Sadachii ilmaan sadii of jalaa qaba isaaniis:- 1- warra himannee 2- warra Iluu 3- warra baabbootti. Afre ilmaan Afur of jalaa qaba isaaniis:- 1- Laga Ambo 2-laga hidhaa 3- warra qaalluu Warra waayyuutti. As gubbatti wanii hubbachuu qabnu sadacha jachuun maqaa gosaa ykn maqaa namatti mitti "Sadacha" jachuun sadan ykn sadii jachuudha, Maqaa gurmuutii. "Afre" jachuun Afran ykn Afur jachuudha.maqaa kana yeroo Lolaa qofa ittiin Wal waamu.fakkeenya biraa tokkoon isiniif dabala.fkn:- jaarraa 16ffaa keeyssa gostii macaa bifa kanaan gurmuun of jaarttee Lolaa turtte. Sadacha: Akaakoo,obo,subo. Afre: horroo,Liban,Guduru,jidda. Fakkeenya biraa tokko haa fudhanu ammaas. Anniyyaa ilmaan torba of jalaa qaba.torban kana gurmuu lamatti jaare.isaaniis:- Sadacha:-baabboo, malkaa, danbi. Afre(kudheele):- kooyyee,Anna, maccaa,bidu Maqaan gurmuu Kun yeroo ilmaan murawaa keeyssa dhufe hedduu babal'ata.inumaatu hamma ammaa namoonni tokko tokkoo yeroo Maqaa gurmuutiin if waaman argina.fakkeenyaaf namni hedduun yeroo gosaa galaan himatutu mul'ata.garuu gostii galaan jedhamutu ituu keeyssa hin jirtu. haa tahu garuu gosa afurtu gaafa Lolaa San gurmuu galan jachuun of moggaase.isaaniis afran galaan jachuun waamamu.gostii afran galaan jachuun Alga, baabboo, gadulaa,gaamoo, Garuu gostii afran galaan yeroo heera tuman afran Mana baabboo jachuun angafa Isaaniitiin Mana waamu.ona Adda adda qaban, Garuu dhadacha ol Aanaa waliin qabu.gaafa Lolaa luba ykn qonddaala tokko filatu.fkn:- Qonddaala afran galaan Asaboot Raaree akka fakkeenyatti fudhaa. #ancient history of oromoo #like #share T.me/etbisahusen

PreviousPage 1 of 3Next