@ethiofunnyjokess · Post #27077 · 2026/02/08 19:20
የገጠር ሴት እግር ታጥባለች የከተማ ሴት ደሞ ኪስ ታጥባለች🤧 አደራ #like እንዳታረጉ አልፈልግም😒
Hashtags
Flare Stack Blog ——基于 Cloudflare Workers 的现代化全栈博客 CMS ## 核心功能 • 文章管理 — 富文本编辑器,支持代码高亮、图片上传、草稿/发布流程 • 标签系统 — 灵活的文章分类 • 评论系统 — 支持嵌套回复、邮件通知、审核机制 • 友情链接 — 用户申请、管理员审核、邮件通知 • 全文搜索 — 基于 Orama 的高性能搜索 • 媒体库 — R2 对象存储,图片管理与优化 • 用户认证 — GitHub OAuth 登录,权限控制 • 数据统计 — Umami 集成,访问分析与热门文章 • AI 辅助 — Cloudflare Workers AI 集成 • 主题系统 — 可扩展的主题模板,支持完整替换所有页面和布局 • 导入导出 — 支持Markdown导入导出,保留图片以及Frontmatter Flare Stack Blog 的所有面向用户的页面与布局均通过 主题契约(Theme Contract) 与业务逻辑解耦。你可以在不修改任何路由或数据逻辑的前提下,完整替换博客的视觉表现层。 项目地址:https://github.com/du2333/flare-stack-blog #Platform#Cloudflare 频道:@FindBlog 群组:@FindBlog_Group
Hashtags
搜索 #like
@ethiofunnyjokess · Post #27077 · 2026/02/08 19:20
የገጠር ሴት እግር ታጥባለች የከተማ ሴት ደሞ ኪስ ታጥባለች🤧 አደራ #like እንዳታረጉ አልፈልግም😒
Hashtags
@papaevaticanonews · Post #9808 · 2026/03/28 12:35
🇲🇨🇻🇦 Nel piazzale antistante la chiesa dedicata alla Santa Patrona del Principato, #LeoneXIV incontra i catecumeni e i #giovani monegaschi: Solo con l’amore "l’inquietudine trova pace e si riempie il vuoto interiore, non con cose materiali e passeggere, nemmeno con i consensi virtuali di migliaia di #like, o con appartenenze condizionanti, artificiali, a volte persino violente" CONTINUA A LEGGERE 👇 https://www.ilquadrantenews.it/news/vaticano/papa-a-monaco-leone-xiv-ai-giovani-il-vuoto-interiore-non-si-riempie-con-i-like/
@agasiarakelyan · Post #17 · 2020/06/30 16:46
Несколько «правил» как нужно и не нужно использовать хеш-теги. Не нужно делать: • Плагиатить чужие хеш-теги и использовать в своих постах • Использовать хеш-теги, которые сложно найти в поиске • Писать слишком много хеш-тегов • Использовать запрещенные хеш-теги. Да да, существуют запрещённые Инстаграмом хеш-теги, такие как #like или #Instagram. Раньше это были обычные хеш-теги, но потом ими начали спамить и их сделали запрещёнными. Если вы используете их вас могут закинуть в бан! Как нужно делать: • Под постом в описание написать 2-3 уникальных и быстрых хеш-тега, благодаря которым пользователи смогут найти вашу публикацию • Использовать тематические хеш-теги, которые касаются вашей темы или бизнеса благодаря которым вы можете попасть в ленту и Топ по этому хеш-тегу • Не забывайте о самом контенте, ведь он будет работать на вас гораздо дольше чем хеш-теги Помните, что даже если вы выставляете самый качественный и нужный контент, но без хеш-тегов, вы теряете определённую часть аудитории и ваши посты нельзя будет найти в поиске. Но и не ставьте какие попало хеш-теги, которые никак не относятся к вашему продукту.
Hashtags
@etbisahusen · Post #1890 · 2024/06/15 21:38
Gootota Oromoo Obbolaa sadan Raggaasaa Bultoo Garbii Bultoo Hirkoo Bultoo Weerara Itali 22ffaarratti gootota seenaa addaa qabanidha. keessattuu warra Itali booji'uun nama qochisiifachaa turanidha. Intalli mooticha H/Sillaasee Abbaa warraashee jarrumti irraa ajjeessan Garbiitti heerumuuf fedha horattes simachuu nama didedha jedhama. Suuraan Abdii Nuuressaa #Like fi #share gochuun hin dagatinaa!
@etbisahusen · Post #1074 · 2020/11/25 14:37
Gootota Oromoo Obbolaa sadan Raggaasaa Bultoo Garbii Bultoo Hirkoo Bultoo Weerara Itali 22ffaarratti gootota seenaa addaa qabanidha. keessattuu warra Itali booji'uun nama qochisiifachaa turanidha. Intalli mooticha H/Sillaasee Abbaa warraashee jarrumti irraa ajjeessan Garbiitti heerumuuf fedha horattes simachuu nama didedha jedhama. Suuraan Abdii Nuuressaa #Like fi #share gochuun hin dagatinaa!
@etbisahusen · Post #697 · 2020/06/26 17:43
Gootota Oromoo Obbolaa sadan Raggaasaa Bultoo Garbii Bultoo Hirkoo Bultoo Weerara Itali 22ffaarratti gootota seenaa addaa qabanidha. keessattuu warra Itali booji'uun nama qochisiifachaa turanidha. Intalli mooticha H/Sillaasee Abbaa warraashee jarrumti irraa ajjeessan Garbiitti heerumuuf fedha horattes simachuu nama didedha jedhama. Suuraan Abdii Nuuressaa #Like fi #share gochuun hin dagatinaa!
@etbisahusen · Post #844 · 2020/09/01 15:31
Bara minilik San namnii naannawa Oromo Tuulama bulcha ture mashashaan Hedduu Oromoota biratti jibamaa ture. Yeroo San oromooni tuulama akkana jachuun geeraraa turan:- Inxoxxoo dhabatanii Caffee gadi ilaaluun hafe Bushooftu loon geesanii Hara obaasuun hafe Gafarsaatti darbanii Qoraan cabsachuun hafe Hunfa boombii irraatti Jabbiilee yaasuun hafe Bara jarrii dhufe Loon keenyas niidhumee Ega mashshaan dhufe Birmadummaan hafe. .*** suuraan tun bara 1897 yeroo gabre Marayam nannoo mojoo dhufu namooni Yeroo bahee dirqiin simatuudha. Suuraan kun kan gabre maryam tahu isa Barruu suuraa gubba jirtuun mirkaneefadha #ancient history of oromo #like
@etbisahusen · Post #810 · 2020/08/18 15:16

@etbisahusen · Post #1881 · 2024/06/11 17:54
El- meelbaana! ----------- Yeroo maqaa meelbaana jedhu kana dhageenyu, wanii nu dura dhufu, maqaa gogeesa gadaa meelbaadha. Haa tahu garuu tulaan meelbaana, tulawwan sagalan booranaa warra umrii bara kumaatamaa qaban keessaa isa tokkoo.tulaan meelbaana aanaa miyoo keessatti argama. Tulawwan sagalan booranaa umrii bara kumaatamaa qabaachuu qofa ossoo hin tahiin seera taligaa bishaanii kan bara kumaatama lakkooysise qabaachaa turan. oromoon booranaa sirna tulawwan sagalan kana itti bulchaniifi seera taligaa bishaanii ( water resources management) Kan bara kumaatama lakkooysise qaban. " jaarraa shaniif ossoo addaan hin citiin seera taligaa bishaanii kanaan wal taligaa turan. ( the Ancient tula wall system of borana in southern Ethiopia the main permanent water source has been in operation the more than five centuries" ) - j , helland- 1980 , Buxton- 1949 #ancient_history_of_oromoo please #like #share https://t.me/etbisahusen
@StickersChannel · Post #643 · 2016/01/13 19:29
👍 Likes 👍 https://telegram.me/addstickers/bests10 #Like#ThumbUp
@etbisahusen · Post #1078 · 2020/11/25 18:48
Seenaa Gababaa Ummata Oromoo. Hiddii dhaloota Oromoo sanyii Kuushi irraa madde. Oromoon akka Oromummaa isaatti Kuushota kaan irraa afaanii fi aadaa isaa qabatee foxxoqee sochii isaa kaabaa kibbatti adeemsisee ture. Dhiibbaa adda addaa irraa kan ka’een Oromoon kaabaa gadi dhiibamaa deeme. Yeroo dhiibamu kana immoo kan buqqa’aa fi dhiibamaa deeme hawaasa hunda otoo hin taane giddu gala amantii, bulchinsaa fi siyaasaati. Maatii Kuush (Cushitic Family) warri jedhaman Kuushi kaabaa (Beejjaa), Kuush Giddu galaa (Agawu), Kuushi bahaa fi Kibbaa gara gammoojii (Affaar, Sumaalee, Saahoo), gara baddaa immoo, Oromoo, Burjii fi Sidaamaatu jira. Uummaanni kuushi kun naannoo baha fi kaaba bahaa Afrikaa kanatti seenaa jireenyaa waggoottan 8,000 ol qaba jechuun kan heeran akkuma jiran hunda, seenaa waggoottan 15,000 ol ta’e akka qabu kan himanis jiru. Fakkeenyaaf, toftaa saayinsii qormaata firooma afaanii irratti hundaa’udhan qorataa fi barreessan seenaa professor Kirstofer Ehret jedhamu Kuush seenaa waggootaa 12,000 hanga 14,000 ga’u akka qabu mirkaneessee jira. Gama biraatin immoo uummatuma ’Kuush’ jedhamee beekamu kana “Kuushaa” ykn “Kaasaa” kan jedhanii waamanis jiru. Kanas ta’ee sana maddaa maqaa “Kuush” ykn “Kuusaa” ykn “Kaasaa” jedhu ilaalchisee odeeffannoon jiru akka mul’isutti maqaan “Kaasaa” jedhu kan dhufe afaan Kuush irraa ta’ee jechoota “Ka” fi “Saa” jedhaman irraa akka ta’eedha. Akka afaan Kuushitti “Ka” jechuun Waaqa jechuu,“Saa” jechuun immoo ummata jechuu hogguu ta’u walitti “Kaasaa” ykn “Kuusaa” ykn “Kuush” jechuunis “Ummata Waaqaa” jechuudha jedhama. Haa ta’u malee madda hundee sanyii Oromoo fi dhaloota Afrikaa durii kan ta’e ummanni Kuush maqaa “Toophiyaa (Aethiops)” jedhamuun waamamaa ture. Maddi isaas “Aetiops” kan jedhu jecha afaan Giriikiti. Kanaafuu Oromoon maatii Kuush keessaa isa tokko ta’ee damee Kuush Bahaati. Kuushii dameewwan adda addaattii qoodamuu kan jalqabe dhaloota Kiristoos dura bara 5000 durra irraa eegalee ture. #ancient_history_of_oromo #like fi #share gochuu hindagatinaa
@teasticker · Post #9659 · 2022/05/01 04:00
#like#chan#girl#anime