idoo Ooromoon Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286)
Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu
“…Haayi ! haayi !haayi !
Korma gaafa lolaa!
Hayi! hayi ! korma gaafoo !
Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha.
Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998)
Hidda latii Raayyaa
Oromoo
Boorana
Samatoo
Gurachaa
Nagawoo
Odaa
Walaabu
Rayyaa
Maccaa ______________ Tuulama
“Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996)
“Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha.
Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996)
“ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti.
“ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996)
Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu.
Isaanis:
1. Oromoo
2. Sidaamaa
3. Burjjii
4. Affaar
5. Soomaalee
6. Kambaataa
7. Geede’oo
8. Saahoo
9. Koonsoo
10. Qimaant
11. Himtaang
12. Awung
13. Hadiyyaa
14. Baraareet
15. Busee
16. Erbooree
17. Daasanchi
18. Gawaadii
19. Garoobaz
20. Tsamayi
21. Waarazi
22. Baayisoo
23. Gidooloo
“Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20)
F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa.
Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala !
Masqaluu Baalchaa tiin!
#ancient history of oromo
点击查看图片 共 1 张图 Bara 1890 - 1912 keessa oromoota warra
Gaafii mirgaa gaafatan gubbaatti bifa kanaan ummata duratti ajjeechaan irratti
Raawatama ture. Kan suuraa gubbaatti
Argitan kun Bara minilik keessa yeroo finfinnee keessatti oromoota warra mirgaa ofii gaafachaa turan yeroo du'aan
Adabaman
#ancient history of oromo
Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286)
Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu
“…Haayi ! haayi !haayi !
Korma gaafa lolaa!
Hayi! hayi ! korma gaafoo !
Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha.
Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998)
Hidda latii Raayyaa
Oromoo
Boorana
Samatoo
Gurachaa
Nagawoo
Odaa
Walaabu
Rayyaa
Maccaa ______________ Tuulama
“Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996)
“Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha.
Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996)
“ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti.
“ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996)
Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu.
Isaanis:
1. Oromoo
2. Sidaamaa
3. Burjjii
4. Affaar
5. Soomaalee
6. Kambaataa
7. Geede’oo
8. Saahoo
9. Koonsoo
10. Qimaant
11. Himtaang
12. Awung
13. Hadiyyaa
14. Baraareet
15. Busee
16. Erbooree
17. Daasanchi
18. Gawaadii
19. Garoobaz
20. Tsamayi
21. Waarazi
22. Baayisoo
23. Gidooloo
“Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20)
F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa.
Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala !
Masqaluu Baalchaa tiin!
#ancient history of oromo
Bara minilik San namnii naannawa Oromo
Tuulama bulcha ture mashashaan
Hedduu Oromoota biratti jibamaa ture.
Yeroo San oromooni tuulama akkana jachuun geeraraa turan:-
Inxoxxoo dhabatanii
Caffee gadi ilaaluun hafe
Bushooftu loon geesanii
Hara obaasuun hafe
Gafarsaatti darbanii
Qoraan cabsachuun hafe
Hunfa boombii irraatti
Jabbiilee yaasuun hafe
Bara jarrii dhufe
Loon keenyas niidhumee
Ega mashshaan dhufe
Birmadummaan hafe.
.*** suuraan tun bara 1897 yeroo gabre
Marayam nannoo mojoo dhufu namooni
Yeroo bahee dirqiin simatuudha.
Suuraan kun kan gabre maryam tahu isa
Barruu suuraa gubba jirtuun mirkaneefadha
#ancient history of oromo
#like

点击查看图片 共 1 张图 🌍 The oldest known world map, the Babylonian Map of the World, was carved on a clay tablet over 2,600 years ago. It shows a simplified, circular view of the known lands and surrounding seas. ✨
#cartography⚡#history⚡#ancient⚡#geography⚡#nature⚡#earth
👉subscribe Amazing Geography🌍
点击查看图片 共 1 张图 🌍 The ancient city of Teotihuacan in Mexico was one of the largest cities in the world by 500 CE. Its mysterious grid layout still influences how modern cities are planned today. ✨
#historicalgeography⚡#urban⚡#ancient⚡#geography⚡#nature⚡#earth
👉subscribe Amazing Geography
👉more Channels
点击查看图片 共 1 张图 Odaan Bultum Odaalee shanan keessaa quxusuu dha. Garuu Heera Oromoo raggaasisuu fi guutuu gochun Odaalee Shanan keessaa Odaa hangafaati. Heeri Oromoo bakka amma Odaan Bultum jiru kanaa fi #Siidaa_Dandee jidduti dhume. Odaa Bultumii fi Sidaan Dandee fageenya kiloo meetira lamaa walirraa qaba. Qaamni kamuu kan Heera Oromoo qorachuu fi hubachuu barbaadu Heeraa fi Seera gadaa Oromoo Iddoo kana jidduu dhaqee hanga hin qoratinitti hojiin isaa guutuu hin tahufi. Ituun warra heera Oromoon ittiin bulaa turte guutte dha. Heera Ittiin bulmaata Saba bal'aa kanaa guutuu dandayyuu jechun waan laaftuu miti, waan salphummatti lafaa ka'ameetuma raawwatamuus miti. Hayyummaa,Tasgabbii, Waldhageettii fi marii guddoon Aadaa Oromooni Ituu ittiin beekamani fi amala Ona Ituu keessatti barbaadamu waan tureefi.
#ancient history of oromoo
点击查看图片 共 1 张图 Bara minilik San namnii naannawa Oromo
Tuulama bulcha ture mashashaan
Hedduu Oromoota biratti jibamaa ture.
Yeroo San oromooni tuulama akkana jachuun geeraraa turan:-
Inxoxxoo dhabatanii
Caffee gadi ilaaluun hafe
Bushooftu loon geesanii
Hara obaasuun hafe
Gafarsaatti darbanii
Qoraan cabsachuun hafe
Hunfa boombii irraatti
Jabbiilee yaasuun hafe
Bara jarrii dhufe
Loon keenyas niidhumee
Ega mashshaan dhufe
Birmadummaan hafe.
.*** suuraan tun bara 1897 yeroo gabre
Marayam nannoo mojoo dhufu namooni
Yeroo bahee dirqiin simatuudha.
Suuraan kun kan gabre maryam tahu isa
Barruu suuraa gubba jirtuun mirkaneefadha
#ancient history of oromo
#like
#share
https://t.me/boost/etbisahusen
@etbisahusen
Ooromoon Raayyaa qubate kanatti kan mogaafamanidha.Jeehoota Afaan Oromoti (kittaba seena oromo Jara 16ffa fula 292.maxxansa 1996. Maxxansa 1998 ful.286)
Karaa garabiraatiin burqaansaanii aadaafi Afaan Oromoo ta’ee, naannoo saboota Amaaraafi Tigiraayitti baldhinaan kan dhaga’amu,sirbiifi weedduun akka geerarsaa gootaafi gootummaa Afaan Oromootiin yeroo faarsan akkas jedhu
“…Haayi ! haayi !haayi !
Korma gaafa lolaa!
Hayi! hayi ! korma gaafoo !
Korma gaafoo! korma gaafoo! Korma gaafa lolaa ! korma gaafa lolaa…”jedhu.Kun Afaan Oromoodha.
Kaaba Itoophiyaa kan qubataan Oromon Raayyaa, kibba kan qubate Oroomoota Arsiifi karaa bahaa Marawwaan Raayyaa wajjinis ta’ee Ituu wajjin kan walitti hidhata qabu ta’uusaa ragooleen tokko tokko ni muldhisu.Marawwaan Raayyaaf hangafadha kan jedhan akka ibsanitti, eebbarratti Raayyaa dursee dhiyeessa.Akkasumas angoon Raayyaa keessatti kennamu kamillee eebbaan kan xummuuru Marawwaadha.Jechuudhaan ragaa dhiheessu.(Kitaaba seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa fuula 288 maxxansa 1998)
Hidda latii Raayyaa
Oromoo
Boorana
Samatoo
Gurachaa
Nagawoo
Odaa
Walaabu
Rayyaa
Maccaa __________ Tuulama
“Oromoon ka’umsa maraatti Afaan kushi bahaatirraa burqee, uummata Afaan Kushii dubatudha” (Seen Oromoo hanga jara 16ffa fula 20.maxxansa 1996)
“Kitaabni qulqulun bara 1962 maxxanfame galmee jechootaa irratti, jecha Itiyoophiya jedhu, Kush jedha.
Kanaaf Itiyoophiya jechun kush. Kush jechun Itiyoophiyaadha. Maqaan kun uummatis biyyis kan ittiin waamatudha ” ( kitaaba seenaa uumata Oromoo hanga jaraa 16ffafula 20.maxxansa1996)
“ uumati kush Afan gara garaa dubbachuu kan jalqabe wagooota 3500 – wagoota 2000 jidutti.
“ …Uumati Oromoo kan burqe kushi bahaa Afrikaarraa bara 8000 dura uumata jiraataa turedha. Kannaf Oromoon essaahuu kan hin dhufine, achuma jiraacha kan ture ta’u ibsa.”( Kitaaba S. u. O. h. jara 16ffa fulaa 23. maxxansa 1996)
Uumati kush durii, yeroo ammaa sababa afaan garaa garaa dubbatanif adda adda qoodameera. Itiyophiyaa kessatti qoofa Kushi duriirraa afaanoon burqan digdamii sadii dubbatamu.
Isaanis:
1. Oromoo
2. Sidaamaa
3. Burjjii
4. Affaar
5. Soomaalee
6. Kambaataa
7. Geede’oo
8. Saahoo
9. Koonsoo
10. Qimaant
11. Himtaang
12. Awung
13. Hadiyyaa
14. Baraareet
15. Busee
16. Erbooree
17. Daasanchi
18. Gawaadii
19. Garoobaz
20. Tsamayi
21. Waarazi
22. Baayisoo
23. Gidooloo
“Afaanoonni maatii kush wan waliin qooddatan Aadaafi jeechoota kushi duriirraa dhaalan eerun bekkama.” Jedhu qorattonni seena( jara 16ffa .maxxansa 1996, ful.24,maxxansa 1998 ful.20)
F.K. Oromoon Afaan soomaalee waliin jechoota % 35–40 waliin qabu jedhamee tilmaamama.Koonsoon Afan Oromoo wallin %50 qooddatu.Egaa kun soochiin uummata kush essaa gara eessatti akka ture nu mirkaneessa.
Kabajamtoota dubbistoota keenyaa hardhaaf kanan dubbiserraa kan isinii qopheesse kanuma.Yeroo gara biraammoo mataduree gara biraan isin dubbisiisa.Waan dubbistaniif Galatooma.Dubbisuun beekumsa namaa dabala !
Masqaluu Baalchaa tiin! http://T.me/etbisahusen
#ancient history of oromo
#like
#share
Ob..Alamaayoo:- Gara afaaniitiinis seenan hin barrefamne. Seenaan afaanii biyaalessaa kan ibsamu,Seemetikki,Kushitikii,Niiloo Saahaaratikifi Omootikidha.Sirnooti dabran sun afaanoota kana yoo ibsan, seenaan uummata guddaa (kush) ifa baha. Afaan Oromoo damee kush keessatti ramadama. Nubiyaa kaasee hanga Tanzaaniyaa Arushaati afaan babaldhatee dubatamudha. Barreessitooti sirna nafxanyaa kana sodaa waayee kush kaasuu hin barbaadan. Warri gita bittoota sirna nafxanyaa imaammta loogii baafatanii Oromoo offiraa dhoorguun sun ammas waan haafee hin fakaatu. Oromoon damee kushimmoo kan daangeffamu akka ji’oograafiitti 140 NL – 40LS ta’ee hanga naannoo Mombaasaa– Aruushadha.Akkasumas Tigrayirraa kaasee hanga walaka Keeniyaa Tanzaaniyaas dabalatee,qubatee kan jiraatu, afaan saba bala’aatti.
Afaan Oromoo, Afaan daldalaafi dipiloomaasiiti. Hanga Jaaraa 17ffa kaabaa hanga kibbaatti dubatama ture. Biyya Keeniyati TV fi Raadiyooniidhaan tamsaasi sagantaa Afaan Oromoo jira.Mombaasaa keessa Oromoo Meeruu laga Xaanaa, Oromoo gara bahaa, Oroomoo Marawwaa,Oroomoo gara Turkaanaa, Oromoo Hiddi loolaa,cufti Kuushoota bahaa jedhamu.
Keeniyaa kessatti TVn Afaan Oromoo magaalaa Naayiroobiirraa tamsa’u sirritti tajaajila keenna jira. Ituu Walloo, Humbaanaa, Marawwaa, Oromoo Raayyaa Walloof abban Bookkuu Marawwoota.Ijoolleen Raayyaa Maccaafi Tuulamadha.Isaan kunniin naanoo Atibaraa irraa kaasee hanga naannoo laga Abayyaa jiru. Oromoon Umuruus, hanga Sudaaniitti jiru.Kanaaf kaabaan bahaa Afrikaa kan Oroomootatti. Afriikaa kabaa bahaa keessa, hanga jahaan Jaawwitti, gosa jahatu jiru. Kunniin hundi kushidha. Adduunyaa irratti hunda dura kan qaroome Kushidha.
Garuu qaroomnnni Kush Gibtsootaan saamame.Kuni seenaa keessatti iccitii Gibtsootaa “Egyptian mystry” ta’ee beekama. Musseen mataansaa kush ture.Gibtsitti dhalate.Booda qaroomina Kush fudhatee Gibtsii keessaa uummata isaa dursee biyya isaa gara Israa’eelitti godaane. Iyyesuus Kiristoosis kanumara ka’uun amanta Kirstaanaa babalise. Innis bara dhalate haati isaa isa fudhattee gara Gibtsitti baqatte. Moototi Gibtsii Fari’oonoti kushootadha.Nabii Mohamadis dhaloota Kiristoos wagga 600 booda ka’ee,amantii Musliimumaa adunyaa Kushirratti babaldhise.
Miitoolooji Kushoota kessatti qarri Ijipshiyaan mistirii sagali. Qarrii sidaa warra qaalluu sagali.Bu’uurri waraanaa qarri sagali. Boorannii sagal waan ta’eef “saglan booranaa” jedhama. “Kudhan kan Waaqaati” jedhu. ..... ittii ittii fufaa
#ancient history of oromo
#like
#shareT.me/etbisahusen
Jaarraa 16ffaa keeyssa, gaafa oromoon Lola buttaa gageeyssaa turtte san iccitiin injiffannoo isaanni duuba jirttu jaaramaya gosaa cimaadhaan of jaaruu isaanni akka tahe
Warri seenaa oromoo barreese warri akka Farncisco de Almeida, D'Abbadie fi warri akka Abba baharey ossoo hin hafiin ragaa bahanii jiran.sochii bara San godhaa turan keeyssatti gostii oromoo hundii bifa haarayaan Wal gurmeessu qofa ossoo hin tahiin gurmuu isaanni saniif malattoo maqaa gara garaa akka moggaasaniif argina.fakkeenyaaf gosa walloo haa fudhanu, gostii walloo bakka lamatti qoodamtti.
Isaaniis:-sadachaafi Afre dha.
Sadachii ilmaan sadii of jalaa qaba isaaniis:-
1- warra himannee 2- warra Iluu 3- warra baabbootti.
Afre ilmaan Afur of jalaa qaba isaaniis:-
1- Laga Ambo 2-laga hidhaa 3- warra qaalluu
Warra waayyuutti.
As gubbatti wanii hubbachuu qabnu sadacha jachuun maqaa gosaa ykn maqaa namatti mitti
"Sadacha" jachuun sadan ykn sadii jachuudha,
Maqaa gurmuutii. "Afre" jachuun Afran ykn Afur jachuudha.maqaa kana yeroo Lolaa qofa ittiin Wal waamu.fakkeenya biraa tokkoon isiniif dabala.fkn:- jaarraa 16ffaa keeyssa gostii macaa bifa kanaan gurmuun of jaarttee Lolaa turtte. Sadacha: Akaakoo,obo,subo.
Afre: horroo,Liban,Guduru,jidda.
Fakkeenya biraa tokko haa fudhanu ammaas.
Anniyyaa ilmaan torba of jalaa qaba.torban kana gurmuu lamatti jaare.isaaniis:-
Sadacha:-baabboo, malkaa, danbi.
Afre(kudheele):- kooyyee,Anna, maccaa,bidu
Maqaan gurmuu Kun yeroo ilmaan murawaa keeyssa dhufe hedduu babal'ata.inumaatu hamma ammaa namoonni tokko tokkoo yeroo
Maqaa gurmuutiin if waaman argina.fakkeenyaaf namni hedduun yeroo gosaa galaan himatutu mul'ata.garuu gostii galaan jedhamutu ituu keeyssa hin jirtu. haa tahu garuu gosa afurtu gaafa Lolaa San gurmuu galan jachuun of moggaase.isaaniis afran galaan jachuun waamamu.gostii afran galaan jachuun
Alga, baabboo, gadulaa,gaamoo,
Garuu gostii afran galaan yeroo heera tuman afran Mana baabboo jachuun angafa
Isaaniitiin Mana waamu.ona Adda adda qaban,
Garuu dhadacha ol Aanaa waliin qabu.gaafa Lolaa luba ykn qonddaala tokko filatu.fkn:-
Qonddaala afran galaan Asaboot Raaree akka fakkeenyatti fudhaa.
#ancient history of oromoo
#like
#share
T.me/etbisahusen