ማስታወቂያ
በሁኔታ፣ በቀን ወይም በሰዓት ሳይገደቡ፣ በዘመናዊው ኤ.ቲ.ኤማችን (ATM ) የተሟላ የባንክ አገልግሎት ያግኙ። በተለይም፣ ኮፕ VISA ካርድዎን በመጠቀም ከ 1,000 ብር ጀምሮ በእኛ 'ATM' ሲያስገቡ፣ የ2026 ዓለም ዋንጫን በሰሜን አሜሪካ ሜዳ በአካል የመታደም ዕድል ያገኛሉ።
Haalaan, guyyaan ykn sa'aatiin osoo hin daangeffamin, ATM ammayyaawaa keenyaan, tajaajila baankii guutuu argadhaa. Addumaan ammoo, Kaardii Koop VISA fayyadamuun, Qarshii 1,000 irraa jalqabuun yeroo 'ATM' keenyaan galfattan, Waancaa Addunyaa 2026 Dirree Ameerikaa Kaabaatti qaamaan daawwachuuf carraa argattu.
#Coopbank#ATMService#BankAnytime#CoopVISA#WorldCup2026#WinBig
ማስታወቂያ
በኮፕ VISA ካርድዎ በማንኛውም የPOS ማሽን ላይ ከብር 200 በላይ ክፍያ ሲፈጽሙ፣ የ2026 ዓለም ዋንጫን በአሜሪካ ለመመልከት የሚያስችልዎትን የሎተሪ ዕጣ ቁጥር ያገኛሉ። ደጋግመው ይጠቀሙ፣ ዕድልዎን ያስፉ!
እስካሁን ካርዱ ከሌለዎት፣ ከታች ባለው ማስፈንጠሪያ ገብተው በማዘዝ፣ በአቅራቢያዎ ከሚገኝ ቅርንጫፋችን ይውሰዱ።
ማስፈንጠሪያ: https://tinyurl.com/299en6
Koop VISA kaardii keessaniin maashina POS kamirrattuu kaffaltii Qarshii 200 ol yommuu raawwattan Lakkoofsa carraa kan tapha Waancaa Addunyaa FIFA 2026 Ameerikaatti daawwachuu isin dandeessisu argattu.
Deddeebisaa fayyadamaa, carraa keessan bal'ifadhaa.
Hanga ammaa kaardicha hin qabdan taanaan, liinkii armaan gadii cuqaastanii ajajchuun, damee baankii keenyaa isinitti dhihoo jiruu fudhadhaa.
#Coopbank#VISA#CoopVISA#WorldCup2026#WinBig#BankSmart
ማስታወቂያ
አሁንም የሂሳብ ቁጥር ይጠይቃሉ?
ረጅም ቁጥሮችን ከመጻፍ፣ ደጋግሞ ከማረጋገጥ እና ከመሳሳት ስጋትን የሚገላግልዎትን የእኛን QR ኮድ ‘Scan’ በማድረግ ክፍያዎን በሰከንዶች ውስጥ ይፈጽሙ!
Ammas Lakkoofsa Herregaa Gaafachaa Jirtuu?
Lakkoofsa dheeraa barreessuu, irra deebi’anii mirkaneessuu fi yaaddoo dogoggoraa kan isin baraaru Koodii QR keenya ‘Scan’ gochuun kaffaltii keessan sekondiiwwan keessatti xumuraadha!
#Coopbank#SmartQR#ScanToPay#DigitalPayments#CashlessLife#PaySmart
ማስታወቂያ
ያለምንም ማስያዣ እስከ ብር 300,000 ከ"ምቹ" ለመበደር ብቁ የሚያደርጉ 3 ቀላል መስፈርቶች...
#Coopbank#MichuDigitalLoan#LoanMadeEasy#SmartBorrowing#NoCollateral#SMEFinance#BusinessGrowth#Ethiopia